close
Jump to content

data

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. odeeffannoo
  2. odeefaannoo komputariti galfamuuf gopheetfame/odeeffannoo komputarii keessatti kuusame ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Kompiyuutara) * daataa, tarreeffama ragaale garaa garaa kan walitti qabame jiru, garuu kan hiikaa fi ibsa guutuu hin qabnedha. Fkn: ifa diimaa,3463,fi k.k.f.dha.
  2. (Qorannoo) * ragaa, lakkoofsa, mallattoolee fi kkf jijjiiramaa (variable) kenname tokko ibsuuf tajaajilu dha. Garaa garummaan ragaa fi odeeffannoo, inni duraa fakkeenyaaf lakkoofsa ta'uu danda'a; inni lammaffaa garuu lakkoofsa sanatti hiika (waan inni bakka bu'u) laachuu dha. Fkn lakkoofsi 2 akka ragaa (data) tti fudhatama. Garuu yoo lukkuu 2 jenne alana odeeffannoo ta'a
  3. (Seer-luuga) * raqora, odeeffannoo yookiin ragaa qorannoon irratti gaggeeffamu jechuudha

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'